Fana: At a Speed of Life!

Balaan Ibiddaa Baankii Biyyaalessa Ityoophiyaarra qaqqabe too’atame

Finfinnee, Onkololeessa 5, 2013 (FBC) –Balaan Ibiddaa Baankii Biyyaalessaa Ityoophiyaarra qaqqabe too’amuu Baankichi beeksise.
 
Balaan Ibiddaa Biiroo Gamicha tokkorra qaqqabee ture too’amuu Bulchaan Baankii Biyyaalessa Ityoophiyaa Dooktar Yinnaagar Dasseen ibsaniiru.
 
Gamoowwan Baankichaa sadi keessaa tokkorra balaan Ibiddaa qaqqabuu isaa eeraniiru.
 
Balichi miidhaa tokkooyyuu osoo hin qaqqabsiisuun ariitiin too’atamuu Dooktar Yinnaagar himaniiru.
 
Ka’umsi balichaa qoratamaa jiraachuu Dooktar Yinnaagar Faanaa Broodkaastiing Koorporeetiif himaniiru.
 
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.