Fana: At a Speed of Life!

Baqattoonni Ityoophiyaa kuma 2 fi 281 gara biyyaatti deebi’ufi

Finfinnee, Amajjii 22, 2012 (FBC) – Keeniyaatti kan argamaan Baqattoonni Ityoophiyaa kuma 2 fi 281 gara biyyaatti deebi’ufi.

Baqattoonni kunneen Keeniyaatti bakka buufata baqattoota keessa waggaa 3 hanga 4 kan turanidha.

Dhaabbatni Mootummoota gamtoomanii komishinii olaanoo baqattoota waliin walii galuun baqattootni buufata Kakuumaa fi Daadaab deebi’uuf eyyaamamoodha jedhaniiru.

Lammiileen buufata baqattoota Kaakumaa 85 fi Daadaab ammoo kuma 2 fi 196 sanadni imalaa qophaa’uun gara biyya isaanii akka deebi’aniif hojjetamaa jiraachuun himameera.

 

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.