Fana: At a Speed of Life!

Bara baajata 2013 oomishoota albuudaarra galiin doolaarri Ameerikaa miiliyoonni dhibbi 6 ol  argamu ibsame

Finfinnee, Adooleessa 3, 2013 (FBC)- Bara baajata 2013 oomishoota albuudaarra galiin doolaarri Ameerikaa miiliyoonni dhibbi 6 fi miiliyoonni 81 argamu ibsameera.

Bara baajata xumurameetti oomishoota albuudaarra galiin doolaarri Ameerikaa miiliyoonni dhibbi 6 fi miiliyoonni 81 argamuu Ministirri Ministeera Albuudaa fi Boba’aa Injiinar Taakkalaa Uumaan ibsaniiru.

Injiinar Taakkalaan fuula Feesbuukii isaaniin akka ibsanitti, sharafni alaa argamee kan bara darbee wal bira qabamee yoo ilaallaamuu caalmaa qabachuu himaniiru.

Bara itti aanuutti damichaarra kan kanaa calee argachuuf karoorfamuu karoorrii qabamee gara hojiittu galuu ibsaniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

 

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.