Fana: At a Speed of Life!

Bara baajata 2013tti dargaggoota kuma 200 fi kuma 80f carraa hojii uumuuf hojjechaa jiraachuu beeksise

Finfinnee, Hagayya 2, 2012 (FBC) – Bulchiinsi magaalaa Finfinnee bara baajata 2013tti dargaggoota kuma 200 fi kuma 80f carraa hojii uumuuf xiyyeeffannoon akka hojjetu beeksise.

 

Carraa hojii uumuuf bifa liqiin baajatni Birrii biiliyoona 2.6 ramadamuu ibseera.

 

Bulchiinsa magaalichaatti manni maree carraa hojii uumuu carraa hojii uumuu fi dhimmoota kanaan walqabatanirratti mari’ateera.

 

Sadarkaa Itti Aanaa Kantiibaatti Qindeessaan Dhaabbilee kenna Tajaajila Mootummaa Injiinar Indaawwaq Abbitee dabalaate dhaabbiilee qindeessa dhimmicha waliin hariiroo qaban hirmaataniiru.

 

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.