Fana: At a Speed of Life!

Bara baajataa darbe boqonnaawwan milka’inaa gurguddoo ta’an hedduun raawwataman – Dooktar Abiy

Finfinnee, Adooleessa 16, 2013 (FBC) – Gamaaggamni raawwii hojii bara 2013 Ministeeroota waliin taasiifamaa ture xumuramuu Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsaniiru.
Xumura gamaaggamichaa ashaaraa magariisaa kaa’uu ibsaniiru.
Dooktar Abiy bara baajataa darbe boqonnaawwan milka’inaa gurguddoo ta’an hedduun raawwatamuu ibsaniiru.
Dandeettii kuufamaa biyyattii guutumaan guutuutti fayyadamuun hojilee hedduun raawwatamuu Dooktar Abiy Fuula Feesbuukii isaaniin himaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.