Fana: At a Speed of Life!

Bara baajataa kana galiin Birrii biiliyoonni 279 walitti qabame

Finfinnee, Adooleessa 16, 2013 (FBC) – Bara baajataa kana galiin Birrii biiliyoonni dhibbi 2 fi biiliyoonni 79 walitti qabamuu Ministeerri Galiiwwanii beeksise.
Bara kana Birrii biiliyoona dhibba 2 fi biiliyoona 90 walitti qabuuf karoorfamee Birrii biiliyoonni dhibbi 2 fi biiliyoonni 79 walitti qabamuu Ministeerri Galiiwwanii ibseera.
Galii walitti qabuuf karoorfame % 96.2 milkaa’uu himeera.
Galiin bara kana walitti qabame kana bara darbee yeroo walfakkaatuun yoo madaallame Birrii biiliyoona 45 caalmaa qaba jedhame.
% 19.6 guddina agarsiisuu ragaan Ministeerichaarraa argame ni muul’isa.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.