Fana: At a Speed of Life!

Barnoota filattootaa fi filannoo taajjabuurratti mari’atamaa jira

Finfinnee, Gurraandhala 7, 2012 (FBC) –Barnoota filattootaa fi filannoo taajjabuurratti mari’atamaa jira.
 
Boordiin Filannoo Biyyoolessaa Ityoophiyaa barnoota filattootaa fi filannoo taajjabuurratti dhaabbilee hawaasa siiviilii waliin mari’achaa jira.
 
Muuxannoo barnoota filattootaa fi filannoo taajjabuu, kenniinsa eeyyama barnoota filattootaa, qajeelfama naamusaa irratti mari’atamaa jira.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.