Fana: At a Speed of Life!

Barsiisoonni yuunvarsiitiiwwan rakkoon nageenyaa jiranitti barsiisaa turan akka galma’aan waamichi dhiyaate

Finfinnee, Onkololeessa 21, 2014 (FBC)- Barsiisoonni Yuunvarsiitiiwwan Maqalee, Addigiraat, Aksuum, Raayyaa fi Waaldiyaatti barsiisaa turan gara yuunvarsiitiiwwan birootti yeroof ramaduuf akka galma’aan Ministeerri Barnootaa waamicha dhiyeesseera.

Kanafis barsiisoonni yuunvaarsiitiiwwan eeramaniitti barsiisaa turan Onkololeessa 22 hanga 24, 2014tti Liinkii fuula Feesbuukii Ministeerichaarratti argamuu fayyadamuun galmaa’uu akka danda’aan ibsamuu ragaan Ministeera Barnootaarra argame ni muul’dhisa.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.