Fana: At a Speed of Life!

Biiroon Galiiwwan Magaalaa Finfinnee baatii 7 darbanitti galii Birrii biiliyoona 24 walitti qabe

Finfinnee, Gurraandhala 19, 2012 (FBC) – Biiroon Galiiwwan Magaalaa Finfinnee baatii 7 darbanitti galii Birrii biiliyoona 24 walitti qabe.
 
Biirichi karoora marii sosochii taaksi fooyya’insa galii ilaalchisuun bakka buutonni qaama mootummaa fi hawaasa daldalaa waliin mari’ateera.
 
Wayita kana biirichi baatii 7 darbanitti Birrii biilyoona 25.7 walitti qabuuf karoorfatee Birrii biiliyoona 24 walitti qabuu ibseera.
 
Galiin gibirichaa karoorarraa %95 milkeessera.
 
Galicha kan bara darbee waliin walbira qabamee yoo ilaalamu %14 guddina agarsiiseera.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.