Fana: At a Speed of Life!

Biiroon Galiiwwanii Finfinnee galii Birrii biiliyoona 42.4 walitti qabe

Finfinnee, Adooleessa 17, 2013 (FBC) – Bara baajataa 2013’tti galii Birrii biiliyoona 42.4 walitti qabuu, Biiroon Galiiwwanni bulchinsa magaalaa Finfinnee beeksiseera.
Bara baajataa 2013tti galii birrii biiliyoona 42.479 walitti qabuuf karoorfamee,Birrii biiliyoonni 42.406 walitti qabuun itti aanaa hogganaan Biiroo Galiiwwanii magaalaa Finfinnee obbo Tasfaayee Rattaan ibsaniiru.
karoorichi % 99.83 milkaa’uu himaniiru.
Biirichi bara baajataa 2014’tti galii Birrii biiliyoona 48.5 walitti qabuuf karoorsee hojjachaa jiraachuus himaniiru.
Maddi:-DHPI
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.