Fana: At a Speed of Life!

Biraaziil Siwiizarlaandiin injifachuun tapha gatanii darbuuf ceetee

Finfinnee, Sadaasa 19, 2015 (FBC)- Tapha Biraaziilii fi Siwiizarlaandii gidduutti taphatameen Biraaziil goolii 1 fi 0’n Siwiizarlaandiin injifatte.

Taphata Kaasaamiiroon goolii injifannoo kana daqiiqaa 83ffarratti Biraaziliif lakkoofsiiseera.

Haaluma kanaan Biraaziil, Faransaayitti aanuun biyya tapha gatanii darbuutti ce’an keessa tokko ta’uu mirkaneeffatteetti.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.