Fana: At a Speed of Life!

Birriin biiliyoonni 28 ol galii gibira miliqsuurraa baraaramuun ibsame

Finfinnee, Caamsaa 17, 2015(FBC)- Birriin biiliyoonni 28 ol galii gibira miliqsuurraa baraaramuu Ministeerri Galiiwwanii beeksise.

Baatiiwwan kurnan darbanitti Daayirektoreetiin Odiitii Taaksii Ministeera Galiiwwanii kaffaltoota gibiraa kuma 6 fi 716 odiitii gochuuf karoorfame keessaa kuma 6 fi 540 odiitii taasisuu, Daarektarri Odiitii Taaksii, Obbo Birhaanuu Abbabaa himaniiru.

karoora qabame %81.9 milkeessuun danda’amuu ibsaniiru.

Odiitii kanaanis gibira tokko tokkoon , dhalaa fi adabbii bilisaan Birrii biiliyoonni 28 fi miiliyoonni 600 fi miiliyoonni 84 ol galii akka ta’uuf murtaa’uun ragaan ministeericharraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.