Fana: At a Speed of Life!

Biyyoonni Addunyaa garaagaraa waggaa haaraa 2023 simachaa jiru

Finfinnee, Mudde 22, 2015(FBC)-  Biyyoonni Addunyaa garaagaraa waggaa haaraa 2023 simachuu eegalaniiru.

Bifuma kanaan Odolli giddugala Paasifikiitti argamtu Kiriitiimaatiin biyyoota yeroo jalqabaaf bara haaraa simatan keessaa ishee tokko.

Dabalataanis biyyoonni Niwuuzarlaandiifi Awustaraaliyaan haala ho’aa ta’een biyyoota bara haaraa 2023 simatan keessaa warra jalqabaa ta’uu BBCn gabaaseera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.