Fana: At a Speed of Life!

Biyyoonni miseensa garee 20 baatii 6f yeroo idaa deebii dheeressuuf waliif galan

Finfinnee, Onkololeessa 5, 2013 (FBC) –Biyyoonni miseensa garee 20 baatii 6f yeroo idaa deebii dheeressuuf waliif galan.

Biyyoonni miseensa garee 20 baatii 6f yeroo idaa deebii dheeressuuf waliif galuu beeksisan.

Biyyoonni miseensa garee 20 baatii 6f yeroo idaa deebii dheeressuuf waliif kan gala biyyoota sababa weerara vaayrasii koroonaan diinagdeen isaanii miidhaman deeggaruuf ta’uu ibsameera.

Yeroon deebichaa hanga waggaa dhufu Waxabajjii 2021 kan turudha.

Damee fayyaa fi diinagdee biyyoota guddata jiranii si’eessuuf ni gargaara jedhameera.

Dhaabbileen gargaraarsaa idil addunyaa yerichi gabaabbachuu komii dhiyeessaniiru.

Maddi:- Aljaziiraa

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.