Fana: At a Speed of Life!

Boordichi paartilee siyaasaa waliin marii taasisaa jira

Finfinnee, Eebla 6, 2013 (FBC)- Boordiin Filannoo Biyyaalessaa paartilee siyaasaa waliin marii taasisaa jira.
Marichi adeemsi filannoo hangaa amma jiruu fi rakkinoota mudatan irratti kan xiyyeeffatedha.
Boordichi adeemsa galmee filattootaa fi haala waliigalaa akkasumas rakkinoota mudatan dhiyeesseera.
Naannoolee filannoo 674 buufataalee filannoo kuma 50f meeshaalee fialnnoo rabsuuf hojjechuu ibsameera.
Kanaafis doonii fi xiyyaaraa dabalatee kanneen birootti fayyadamuu eerameera.
Rakkoon geejjibaa fi hudhaan biroon mudachuus ibsameera.
Boordichi sababa rakkoo nageenyaan galmeen filattootaa kan harkifatee fi bakka itti hin eegalamne ifa taasiseera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.