Fana: At a Speed of Life!

Boordiin filannoo biyyaalessaa filannoo marsaa 6ffaa bara kan gaggeeffamu ilallachisuun qophii naannoleen taasisuun qaban ifa taasiseera

Finfinnee, Amajjii 10, 2013 (FBC) – Boordiin filannoo biyyaalessaa filannoo marsaa 6ffaa bara kan gaggeeffamu ilallachisuun qophii naannoleen taasisuun qaban ifa taasiseera.
Haaluma kanaanis filannoo bara kan gaggeeffamuu rakkoo nageenyaa tokko malee akka taasifamuuf naannoleen qophii taasisuu akka qaban himameera.
Akkasumas filannoo naannoofi Godinaatti gaggeeffamu ilalachisuun naannooleen biiroo yeroo jedhametti banuu qabu jedheera boordiichi.
Dabalatanis boordiichi hooggantootaa naannoolee fi godinaalee waliin yeroo yerootti wal arguun marii taasisaa akka jirus himameeraa.
Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.
Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.