Fana: At a Speed of Life!

Boordiin qorannoo rawwii labsii yeroo ariifachiisaa duula olaantummaa seeraa kabachiisuutin lammiilee qe’eesaaniirra buqqa’an daawwate

Finfinnee, Sadaasa 22, 2013 (FBC)- Boordiin qorannoo rawwii labsii yeroo ariifachiisaa duula olaantummaa seeraa kabachiisuutin lammiilee qe’eesaaniirraa buqqa’an daawwateera.

Haleellaa garee finxaaleeyyii ABUT qaqqabsiiseen magaalaa Goondar daa’effatanii kan jiran maatii raayyaa ittisa biyyaa akkasumaas buqqaattoota biroo naannicha jiraataa turan boordiin qoranichaa hasoosfsiiseera.

Lammiilee buqqa’aan keessaa %80 dubartoota yoo ta’an, haleellaan isaaniirraa qaqqabee kan hin tilmaamamnee ta’us yeroo rakkisaa dabarsuu isaanii ibsun kunuunsa jiraattoonni magaalaa Goondarii fi buulchinsi magaalichaa taasiseef galateeffataniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo subiskiraayib godhaa.

Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.

Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.