Fana: At a Speed of Life!

Booriis Joonsan vaayrasii koroonaan qabaman

Finfinnee, Bitootessa 18,2012(FBC) – Muummeen Ministiraa Biriitaaniyaa Booriis Joonsan Vaayrasii koroonaa qabamuu isaanii ibsame.
 
Muummeen Ministirichaa qorannoo taasisaaniin mallattoon dhibichaa irratti muul’achuu Fuula Twiitarii isaaniin ifoomsaniiru.
Booriis Joonsan yeroo ammaa addatti of qoodanii jiraachuu isaanii beeksisaniiru.
 
Hojiilee mootummaa Viidiyoo konfaransiin dursaa akka jiran ibsaniiru.
 
Maddi:-CNN
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.