Fana: At a Speed of Life!

Bulchiinsi magaalaa Dirree Dawaa galii Birrii biiliyoona 1.6 walitti qabe

Finfinnee, Adooleessa 8, 2013 (FBC) – Abbaan Taayitaa Galiiwwan magaalaa Dirree Dawaa bara baajataa kana galii Birrii biiliyoona 1.6 ol walitti qabuu beeksiise.
Bara baajatichaa taaksii fi galii mana qopheessaarraa Birrii biiliyoona 1.7 walitti qabuuf karorfamee Birrii biiliyoonni 1 fi miiliyoonni dhibbi 6 fi miiliyooni 58 fi kumni dhibbi 8 fi kumni 84 ol walitti qabamuu ibsameera.
Karoora galii walitti qabuuf karoorfamerraa % 94.79 milkaa’uu ibsameera.
Galii bara darbe walitti qabameen yoo madaallame % 22.48 caalmaa qabaachuu ragaan Biiroo Dhimmoota Kominikeeshinii bulchiinsa magaalichaarraa argame ni muul’isa.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.