Fana: At a Speed of Life!

Bulchiinsi magaalichaa kurmaana 1ffaatti Birrii biiliyoona 13.7 galii walitti qabuu beeksiise

Finfinnee, Onkololeessa 6, 2014(FBC) – Bulchiinsi magaalaa Finfinnee kurmaana 1ffaatti Birrii biiliyoona 13.7 galii walitti qabuu beeksiiseera.

Bulchiinsi magaalichaa kurmaana jalqabaa bara 2014tti galii Birrii biiliyoona 11.5 walitti qabuuf karoorfatee Birrii biiliyoona 13.7 walitti qabuu ibseera.

Galiin argame kan bara darbee yeroo walfakkaatuun yoo madallame Birrii biiliyoona 3.7 caalmaa qabaachuu Hogganaan Biiroo Abbaa Taayitaa Galiiwwanii magaalaa Finfinnee obbo Mulgeetaa Tafarraa ibsaniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.