Fana: At a Speed of Life!

Bulchiinsi qabiinsa ragaa lafa baadiyyaa biyyoolessaa ifoome

Finfinnee, Amajjii 7, 2012 (FBC) – Bulchiinsi qabiinsa ragaa lafa baadiyyaa biyyoolessaa ifoome.
 
Ministeerri Qonnaa FDRI bulchiinsa qabiinsa ragaa lafa baadiyyaa biyyoolessaa ifoome.
 
Bulchiinsi qabiinsa ragaa lafa baadiyyaa kun ammayyaa’aa, sadarkaa isaa kan eeggate ta’uu ministir deettaan ministeerichaa Dooktar Kabaa Urgeessaan ibsan.
 
Hojimaanni kanaan duraa sadarkaa isaa kan hin eegganne, barmaata, waraqaadhan kan hojjetamu, kallattii qofa kan eeruu fi dubartoonni qabeenya lafaarratti mirga qaban kan muul’isu hin turre.
 
Hojimaanni haaraan mala ammayyaa’aa yoo ta’u, kaartaa fayyadama, ooyruu fi eertuu nananichaas kan agarsiisudha.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.