Fana: At a Speed of Life!

Buttaajiraatti Hospitaalli jiraattota miiliyoona 2.5 fayyadamtoota taasisu eebbifame

Finfinnee, Caamsaa 27, 2014 (FBC) – Godina Guraagee Magaalaa Buttaajiraatti hospitaalli jiraattota miiliyoona 2.5 ol fayyaadamtoota taasisu eebbifameera.
Hospitaalichi Birrii miiliyoona dhibba 400 oliin kan ijaarame ta’uun eerameera.
Sirna eebba hospitaalichaarratti Preezdaantiin Naannoo Kibbaa Obbo Ristuu Yirdawu fi Daayrektarri Tajaajila Kilinikaal Sarvisii fi Bakka Bu’aan Ministeera Fayyaa Dooktar Abbaas Hasan argamaniiru.
Hospitaalichi naannawichatti ijaaramuun hawaasa tajaajila fayyaa barbaacha bakka biraa deemuun rakkoo fi baasiif saaxilamu akka hambisuu eerameera.
Jamaal Kadirootu gabaase
Fuula Feesbuukii keenyaan odeeffannoo waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.