Fana: At a Speed of Life!

Bu’ura filannoon bilisaa fi haqa qabeessi itti gaggeeffamu  kaa’uuf mootummaan murannoon hojjechuu itti fufa – Dooktar Abiy

Finfinnee, Sadaasa 23, 2013 (FBC) – Bu’ura filannoon bilisaa fi haqa qabeessi itti  gaggeeffamu  kaa’uuf mootummaan murannoon  hojjechuu  kan itti fufu ta’uu Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad ibsan.

Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad har’a hoggantoota Paartilee siyaasaa fi bakka buutoota hawaasa siivikii waliin mari’ataniiru.

Haala filannoo itti aanu demookraatawaa taasiisuun danda’amurratti hoggantoota Paartilee siyaasaa waliin waliigalteerra ga’uu Dooktar Abiy Fuula Feesbuukii isaaniin ibansiiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo subiskiraayib godhaa.

Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.

Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.