Fana: At a Speed of Life!

Carraa hirmaannaa walqixaa fi fayyadammummaa qaama miidhamtootaa mirkaneessuuf seerri waliigalaa qophaa’aa jira-Dr Eergoogee

Finfinnee, Sadaasa 24, 2013 (FBC)- Carraa hirmaannaa walqixaa fi fayyadammummaa qaama miidhamtootaa mirkaneessuuf seerri waliigalaa qophaa’aa jiraachuu Ministirri Ministeera Dhimma Hojjetaa fi Hawaasummaa Dooktar Eergoogee Tasfaayeen ibsan.
Guyyaan qaama miidhamtoota har’a mata duree ‘Covid-19 booda addunyaa mijataa, hammataa fi fooyya’aa qaama miidhamtootaaf ni umna’ jedhuun Ityoophiyaatti yeroo 28ffaaf sadarkaa idil addunyaatti yeroo 29tti kabajamaa jira.
Ministeerichi faayidaa fi mirgii lammiilee qaama miidhamtootaa kabachiisuuf dameewwan hedduun taattaffii taasisaa jiraachuu Dooktar Eergoogeen himaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.