Fana: At a Speed of Life!

Chaayinaan marii sadee mariisiisummaa gamtaa Afrikaan gaggeeffamu ni deeggarti jedhame

Finfinnee, Caamsaa 8, 2013 (FBC) – Chaayinaan marii sadee Hidha Haaromsaa mariisiisummaa gamtaa Afrikaan gaggeeffamu kan deeggartu ta’uu ibsiteerti.
Chaayinaan michuu biyyoota Afrikaa ta’uu isheen Hidhichi Ityoophiyaaf faayidaa guddaa qabaachuu kan hubattu ta’uu ibsameera.
Chaayinaan marii sadee mariisiisummaa Gamtaa Afrikaan gaggeeffaamu furmaata waaraa akka fidu ni deeggarti jedhan Ityoophiyaatti itti aanaa itti gaafatamaan jila  Imbaasii Chaayinaa Zhii Tiyaan.
Waldhabdee jiru mariin furuuf tattaaffiin taasiifamu adeemsaa sirrii fi Chaayinaanis kan deeggartu ta’uu ibsaniiru.
Chaayinaan garaagarteen Ityoophiyaa, Sudaanii fi Gibtsi gidduu jiru mariin akka hiikkatu ni jajjabeessiti jedhan.
Maddi:-TOI
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.