Fana: At a Speed of Life!

Chaayinaatti balaa lolaa muudateen namoonni miiliyoonni 1.6 ol buqqaa’uu ibsame

Finfinnee, Onkololeessa 1, 2014 (FBC) – Bulchiinsa Kaabaa Chaayinaa naannoo Shaanshiitti Rooba cimaa Roobeen namonni miiliyoona 1.6 ol ta’an qa’ee fi qabeenya isaaniirraa buqqa’uu ibsameera.

Oomishni lafa heektaara miiliyoona 3 irra ture barbadaa’uu miidiyaaleen biyyattii gabaasaniiru.

Manneen kumni 17 barbadaa’uus himaameera.

Aanaalee fi magaalota kuma 70 ol keessatti balaan sigiga lafaa muudachuus shiinowaan gabaaseera..

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.