Fana: At a Speed of Life!

Chaayinaan talaallii vaayrasii koroonaa doozii kuma dhibba 8 Ityoophiyaaf laatte

Finfinnee, Onkololeessa 14, 2014 (FBC) – Mootummaan Chaayinaa talaallii vaayrasii koronaa doozii kuma dhibba 8 deeggarsaan Ityoophiyaaf kennuu ibsameera.

Ityoophiyaatti Ambaasaaddarri Chaayinaa Zhao Zhiyuan talaalicha Ministira Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaaf kennaniiru.

Talaalicha lammiileen hundi fudhachuun miidhaa vaayrasiin koronaa qaqqabsiisuun hir’isuun barbaachisaa ta’uu Dooktar Liyaan dhaamaniiru.

Talaalliin har’a buufata xiyyaara idil addunyaa Booleetti walharkaa fuudhinsi taasiifame ‘Siinoofarm’ kan jedhamu ta’uu OBN gabaaseera.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.