Fana: At a Speed of Life!

Daandii kaffaltii Mojoo-Maqii- Baatuu hojii eegale

Finfinnee, Fulbaana 10, 2014 (FBC)- Daandiin kaffaltii Mojoo-Maqii- Baatuu kiiloo meetira 92  guyyaa har’a eebbifamuun hojii eegaleera.

Daandiichi qaama daandii saffisaa Mojoo Hawaasaa ta’uu ibsameera.

Sirna eebbicharratti daayreektarri abbaa taayitaa daandiiwwan Ityoophiyaa Injinaar Habtamuu Taganyii fi Ministirr deettaan Ministeera Geejjibaa obbo Kaasahuun Gonfee argamuun eebbisiisuun tajaajjilaaf banaa taasisaniiru.

Daandiichi baasii Birrii biiliyoona 6.3 ijaarramuu sagantichaan ibsameera.

Leeykuun Alaamuutu gabaase

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.a

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.