Fana: At a Speed of Life!

Daandii Qilleensaa Ityoophiyaa gara Kooppanhaagenitti balalii eegaluufi

Finfinnee, Amajjii 17, 2015 (FBC)- Daandii Qilleensaa Ityoophiyaa balalii gara Deenmaarki Magaalaa Kooppanhaagenitti taasisu irraa deebiin Caamsaa 22, 2023 eegaluuf akka ta’e beeksise.

Daandichii torbanitti si’a shan gara magaalattiitti balalii akka taasisuu miidiyaa hawaasummaa isaan beeksiseera.

Balalichi eegaluun daandiin qilleensichaa waliinga’iinsaa balalii gara Kaaba Awurooppaa fi Lixa Iskaandineeviyatti taasisu babal’isuuf gummaacha akka qabu ibsamera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.