Fana: At a Speed of Life!

Daandiin Qilleensa Ityoophiyaa erga balallii eegalee har’a waggaa 75ffaa qabate

Finfinnee, Bitootessa 30, 2013 (FBC)- Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa erga balallii eegalee har’a waggaa 75ffaa kabajaa jira.

Daandiin qilleensichaa waggaa 75  dura akkumaa guyyaa har’a balallii kan eegale.

Bara 1938 ykn bara Faranjoota 1946 balallii idil addunyaa jalqabaa isaa Finfinneerraa ka’ee Asmaraa cinaan Kaayiroo (Gibtsiin) qubatee.

Daandiin qilleensichaa balallii kan eegalee erga hundaa’ee waggaa tokko booda ta’uun isaa ni yaadatama.

Har’a addunyaarratti daandiiwwan qilleensaa buleeyyii keessaa isaa tokkoo kan ta’ee daandiin qilleensichaa waggaa 75ffaasaa kabajaa akka jiru ibsameera.

Daandiin qillensichaa maamiltootaa fi hojjettoota isaan baga waggaa 75ffaan isiin ga’ee jedheera.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna

 

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.