Fana: At a Speed of Life!

Daandiin Qilleensa Ityoophiyaa injifataa imalchiiftoota biiznasii 2021 Afrikaa ta’e

Finfinnee, Sadaasa 23, 2014 (FBC) – Daandiin Qilleensa Ityoophiyaa imalchiiftoota biiznasii 2021 daandii qilleensa Afrikaatti badhaasa injifachuun isaa ibsameera.
Afrikaatti indaastirii Innooveeshinii guddichaa kan ta’ee daandiin qilleensa Ityoophiyaa, barruu ‘’Business Travellers’ jedhamuu sadarkaa idil addunyaatti beekamaa kan ta’ee qopheessuun badhaafameera.
Baadhasichi daandiin qilleensichaa tajaajila hunda galeessaa maamiltoota qaqqabsiisuuf tattaaffii taasifamuuf bu’aa argamee ta’uu ibsamera.
Naannoo keessan eegaa!
Gara adda waraanaatti duulaa!
Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa
argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.