Fana: At a Speed of Life!

Dargaggoo kennaa lootarii hiriyaa isaan abbaa carraa Birrii miiliyoona 1 ta’e

Finfinnee, Gurraandhala 4, 2012 (FBC) – Jiraataan magaalaa Baahir Daar kennaa lootarii hiriyaa isaarraa argateen, abbaa carraa Birrii miiliyoona 1 ta’e.

Dargaggoo Ayyaaleew Xilaahuun gurgurtaa huccuutin jiraata.

Hiriyaan isaa guyyaa tokko galgala tikkeetii lootarii Liyyuu guutuu Birrii 40n bituun, lamaan isaa akka kenneef hima.

Kennaa kanaanis carraa 4ffaatin badhaafamaa Birrii miiliyoona 1 ta’eera.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.