Fana: At a Speed of Life!

Dargaggoon baajaaji isaa keessaa Birrii kuma 40 arge abbaa maallaqichaaf deebise

Finfinnee, Gurraandhala 22, 2014 (FBC)- Magaalaa Galamsootti dargaggoon baajaaji isaa keessaa Birrii kuma 40 arge abbaa maallaqichaaf deebiseera.

Dargaggoon Baharuu Fahamii Hasaan jedhamuu jiraataa magaalichaa kan ta’ee baajaaji isaa keessaa Birrii kuma 40 arge abbaa maallaqichaaf deebiseera.

Dargaggoon kun maallaqicha waajjira poolisii bulchiinsa magaalaa Galamsoo fuudhee deemuun erga achi geessee tasa abbaa maallaqicha wayita waywaatu yeroo argutti maallaqichaa achumatti deebisuufi ragaan bulchiinsa magaalaa Galamsoorra argame ni muuldhisa.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.