Fana: At a Speed of Life!

Dargaggoonni hojii boonsaa biyya kabachiisuun hojjetan gama misoomaan irra deebi’aa jiru jedhame

Finfinnee, Waxabajjii 23, 2014 (FBC) – Dargaggoonni hojii boonsaa birmadummaa biyyaa kabachiisuun hojjetan gama misoomaan irra deebi’aa jiraachuu Ministeerri Dhimma Dubartootaa fi Daa’immanii ibse.

Ministirri Ministeera Dhimma Dubartootaa fi Daa’immanii Dooktar Ergoogee Tasfaayeen guyyaa har’aa magaalaa Dirree Dawaatti tajaajila tola ooltummaa dargaggootaa biyyaalessaa eegalchiisaniiru.

Dargaggoonni hojiilee tola ooltummaa waggoottan darban keessa hojjetaniin kutaaleen hawaasaa hedduun fayyadamoo ta’uu fi maallaqa biiliyoona hedduutti shallagamu baasiirraa baraaruun danda’amuu ibsaniiru.

Dargaggoonni kutaalee biyyattii hunda keessatti hojii tajaajila lammummaa irratti hirmaachaa jiran hojii boonsaa biyya kabachiisuun hojjetan gama misoomaan irra deebi’aa jiru jechuu TOI gabaaseera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.