Fana: At a Speed of Life!

Deeggarsa biyyoolessaa ittisa Kooviid 19

Finfinnee, Bitootessa 17,2012(FBC) – Deeggarsa biyyoolessaa ittisa Kooviid 19;

Namni kamuu amma danda’u deeggarsa akka taasisu lakkoofsonni herreegaa kanneen banamaniiru.

1. Baankii Daldalaa Ityoophiyaa
1000327017318

2. Baankii Awaash
0130479475400

3. Baankii Daashan
0444177190011

4. Baankii Zaman
1032410042463013

5. Baankii Abbaay
1022115562778011

Lakkoofsonni herreegaa dabalataa dhiyeenyatti ni ifoomu. Ammasittuu tasgabboofnee deeggarsa yaa taasisnu. Waloon irra dabarra.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.