Fana: At a Speed of Life!

Deeggarsi haguugduu afaanii fi funyaanii kumni dhibbi 5 fi kumni 30 taasifame

Finfinnee, Muddee 27, 2013 (FBC)-Ministeerri Daldalaa fi Indaastirii fi Eejansiin Tumsaa idil addunyaa Kooriyaa deeggarsa weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf kan ooluu haguugduu afaanii fi funyaanii taasisaniiru.
Deeggarsichi Ministeera Raayyaa Ittisa Biyyaaf, Poolisii Federaalaa, Poolisii magaalaa Finfinnee, magaaloota gurguddoo naannoo fi dhaabbata maqadooniyaa deeggarsa barabadaniif taasifameera.
Kanaafis baasiin Birrii miiliyoona 18 kan taasifamee yoo ta’u, haguugduu afaanii fi funyaanii marsaa lamaan barattootta miiliyoona 3.5 kutaa biyyaatti maraaf akka dhiyeessan himaniiru.
Dhaabbileen deeggarsi taasifameesif galateeffataniiru.
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.