Fana: At a Speed of Life!

Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa du’aatiin dhibee Busaan galmaa’uu dachaan dabalu danda’aa jedhe

Finfinnee, Adoolessa 20, 2012 (FBC) –  Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa (WHO) bara kan sababa weerara vaayraasii koroonaattin du’aatiin dhibee Busaan galmaa’uu dachaan dabalu danda’aa jedhe

 

Yeroo ammaa weerara vaayraasii koroonaa ittisuuf hojii hojjeetama jiru irra kan ka’e du’aattin weerara dhibee busaa akka Afriikaatti dabala akka jiru dhaabbatichii beeksiseera.

 

Keessummaa Ardii Afriikaatti bara kana dhibee kanaan lubbuun namoota hedduu darbuu danda’aa jechuun dhaabbatichii akeekachiiseera.

 

Ta’uus sababa weerara vaayraasii kanaan dhibee busaa too’achuun rakkisaa ta’aa akka jirutu himame.

 

Keeniyaatti sababa weerara vaayraasii kanaan namoonni gara mana yaala deema hin jiraan jechuun Aljeezeriyaan gabaaseera.

 

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.