Fana: At a Speed of Life!

Dhaabbanni leenjii hidhattoota garee ABUT Agulaa’ii humna Qilleensaa Ityoophiyaatiin haleelame

Finfinnee, Onkololeessa 21, 2014 (FBC)-Humni Qilleenyaa Ityoophiyaa  dhaabbata leenjii hidhattoota garee ABUT Agulaa’ii naannoo Maqaleetti argamu haleeleera.

Giddulichi miseensoonni garee shororkeessaa ABUT lakkoofsaan hedduummaatan leenjii itti fudhataan ta’uu Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa beeksiseera.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.