Fana: At a Speed of Life!

Dhaabbileen 4 Ministeera Fayyaaf deeggarsa meeshaalee vaayrasii koroonaa taasisan

Finfinnee, Fulbaana 6, 2013 (FBC) –Dhaabbileen adda addaa 4 deeggarsa meeshaalee vaayrasii koroona ittisuu fi to’achuuf oolan Ministeera Fayyaaf taasisaniiru.

Deeggarsii taasifamees tilmaama Birrii miiliyoona 8tti siquu qaba jedhameera.

Deeggarsichas Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaan harka fuudhaniiru.

Dooktar Liyaan kanneen deeggarsa taasisaan galateeffachuun, deeggarsichi gara fuula duraatti akka itti fufuu gaafataniiru.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.