Fana: At a Speed of Life!

Dhaloonni ammaa gootota Ityoophiyaa fakkeenya Afrikaa taasisuun  tursiisan irraa muuxannoo fudhachuun ashaaraasaa ka’uun Ityoophiyaa ceesisuu qaba-Aadde Adaanach

Finfinnee, Eebila 26, 2013 (FBC)-Itti aantuun kantiibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee guyyaa gootota 80ffaa sababeeffachuun manneen barnootaa maqaa goototaan moggaafaman daawwataniiru.

Aadde Adaanach Abeebee Hospitaala Raas Dastaa, manneen barnoota goototaa fi Liisee Gabra Maariyaam daawwataniiru.

Aadde Adaanach Abeebeen dhaloonni ammaa gootota Ityoophiyaa fakkeenya Afrikaa taasiisuun  tursuisan irraa muuxannoo fudhachuun ashaaraasaa ka’uun Ityoophiyaa ceesisuu qabu jechuusaanii ragaan Waajjira Seekreetariyaat Preesii magaalichaarraa argame ni muul’isa.

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;https://www.facebook.com/fanabroadcasting

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.