Fana: At a Speed of Life!

Dhimma fayyaa fi nageenya MM FDRI Dooktar Abiy ilaalchiisee oduun miidiyaalee hawaasummaan tatamsaa jiru odeeffaannoo sobaati -Waajjira Muummee Ministiraa

Finfinnee, Amajjii 16, 2013 (FBC) –Dhimma fayyaa fi nageenya Muummee Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad ilaalchiisee oduun miidiyaalee hawaasummaan tatamsaa jiru odeeffaannoo sobaa ta’uu Waajjirri Muummee Ministiraa beeksiise.

Odeeffaannoon tatamsaa jiru odeeffannoo sobaa ta’uu hawaasni hubachuu akka qabu hubachiiseera.

Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;

Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.

Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.

Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.

Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa

Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna.!

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.