Fana: At a Speed of Life!

DhMG lammiilee deeggarsa namoomaa barbaadaniif kan oolu Doolaara miiliyoona 250 tumsa taasiise

Finfinnee, Gurraandhala 11, 2015 (FBC) – Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii Afrikaa dabalatee biyyoota adda addaatti lammiilee deeggarsa namoomaa barbaadaniif kan oolu Doolaara miiliyoona 250 tumsa taasiisuu ifoomse.

Deeggarsichi gama giddugala fandii deebii deeggarsaa dhaabbatichaan taasiifamuu eerameera.

Barreessaa olaanaan Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Antooniyoo Geetareez Yaa’ii hoggantoota Gamtaa Afrikaa 36ffaarratti argamuun haasawa taasisaniin yeroo ammaa Addunyaarratti lammiileen miiliyoonni 339 rakkoolee garaagaraaf saaxilamuu ibsaniiru.

Kunis kan bara darbeen yoo madaalame % 25 caalmaa qabaachuu himaniiru.

#Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.