Fana: At a Speed of Life!

Dhoksaan gara Finfinnee kan gale Isnaayparii, Bireen, Shugguxii fi rasaasni garagaraa kuma 5 ol too’atame

Finfinnee, Gurraandhala 20, 2013 (FBC) – Dhoksaan gara Finfinnee kan gale Isnaayparii, Bireen, Shugguxii fi rasaasni garagaraa kuma 5 ol too’atamuu poolisiin beeksise.
Meeshaaleen waraanaa kunneen ka’uumsi isaa Gondar kan ta’e Bireenii 2, Isnaayparii 2, Shugguxii Ikooltii guddaa 38 fi xiqqaa 25, rasaasa kilaash koovii 5992, rasaasa Shugguxii IKooltii 892 rasaasa Isnaayparii 5 hordoffii Tajaajjili Odeeffannoo fi Tika Nageenyaa Biyyaalessaa taasiseen too’atamuiu komishiin poolisii Finfinne beeksiseera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.