Fana: At a Speed of Life!

Diichaa 2 -1 Giyoorgis

Finfinnee, Eebila 20, 2013 (FBC) – Taphoota Beetkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa torbee 21ffaa har’a gaggeeffameen Walaayittaa Diichaan Qidduus Giyoorgis 2 fi 1n injifateera.
Taphoota Beetkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa torbee 21ffaa har’a Istaadiyeemii magaalaa Dirree Dawaatti sa’aatii 10:00 irraa eegalee gaggeeffameen Walaayittaa Diichaan Qidduus Giyoorgis 2 fi 1n injifateera.
Priimeyar Liigicha Magaalaan Faasiil qabxii 49 sadarkaa 1ffaa, Bunni Ityoophiyaa qabxii 33 sadarkaa 2ffaarratti argamu.
Jimmaa Abbaa Jifaar qabxii 12 sadarkaa 12ffaa, Adaamaan qabxii 9 sadarkaa gadii keessatti argamu.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.