Fana: At a Speed of Life!

Diinagdeen keenya bu’uurarraa cimaa jira-MM Abiy Ahimad

Finfinnee, Amajjii 22, 2015 (FBC)-Qormaatilee hedduu dura dhaabbachaa utuu jirru, diinagdeen keenya bu’uurarraa cimaa jira jechuun Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad ibsan.

Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad, damee tuuriizimii dagaagsuuf qaama ‘Maaddii Biyyaaf’ kan ta’e bakka miidhagaa ‘Halaalaa Keellaa’ irratti Manni Maree Ministirootaa raawwii baatiiwwan ja’aa gamaaggamaa jiraachuu gama miidiyaa hawaasumma isaaniin ibsaniiru.

“Qormaatilee hedduu dura dhaabbachaa utuu jirru, diinagdeen Keenya bu’uureffama irraa cimaa jira” jedhaniiru.

Kunis caalmaan cimee akka itti fufsiisuuf kutaaleen hawaasaa hunduu oomishtummaarratti hojjechuu akka qaban dhaamaniiru.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.