Fana: At a Speed of Life!

Dirree Dawaatti kenniinsi sagalee laachuu xumurame

Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC)-Bulchiinsa magaalaa Dirree Dawaatti kenniinsi sagalee laachuu xumurameera.

Magaalichaatti ganama sa’aatii 12 irraa eegalee adeemsii sagalee laachuu kallatti boordiin filannoo biyyooleessaa ka’een hanga halkan sa’aatii sadiitti gaggeeffameera.

Akkasumas lakkawwiin sagalee eegaluu ibsameera.

Iyyoonaadaan Andu’aaleemtu gabaase.

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.