Fana: At a Speed of Life!

Diyaaspooronni Fiinlaand jiraataan lammiilee buqqa’aniif miiliyoona 1 ol deeggarsa

Finfinnee, Amajjii 12, 2014 (FBC)- Lammiilee Ityoophiyaa fi Ityoophiyooninni Fiinlaand jiraataan lammiilee sababa garee shororkeessaa ABUT’tiin miidhaan irra ga’ee dandamachiisuuf deeggarsa Birrii miiliyoona 1.1 o taasisaniiru.

Lammiilee Ityoophiyaa fi Ityoophiyoonoota Fiinlaand bakka  bu’uun deeggarsicha kan laataan Dooktar Tigiist Charrinaat akka himanitti, lammiilee naannoo Amaaraatti waraanaan miidhaa irraa ga’ee deebisanii dhaabuuf kan ooluu ta’uu himaniiru.

Ityoophiyaa :- Misoomsuuf, Ijaaruuf, Yaa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.