Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Abiy Ahimad erga baga gammaddanii dabarsan

Finfinnee, Adooleessa 23, 2013 (FBC)-Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad  olompikii Tookiyoo irratti Ityoophiyaan warqee isa jalqabaa fiigicha meetira 10,000 tiin Salamoon Baaraggaatiin argachuusheen baga gammaddan jedhaniiru.

Dooktar Abiy Fuula Feesbuukiisaaniin akka ibsanitti,  dorgomtoota hafaniifis carraa gaariin hawwaniiru.

Ityoophiyaan qorumsa ishee mudate ceetee ilmaansheetiin injifannoo galmeessisuu itti fufti jedhaniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.