Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Abiy Ahimad lammiileen filannoof hin galmoofne yeroo hafetti akka fayyadamaan waamicha dhiyeessan

Finfinnee, Caamsaa 6, 2013 (FBC)-Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad lammiileen filannoof hin galmoofne yeroo hafetti akka fayyadamaniif waamicha dhiyeessaniiru.

Dooktar Abiy Fuula Twiitara isaaniitin akka ibsanitti, torbeewwan darban lammiileen hedduun galma’uu ibsuun, kanneen hin galmoofne yeroo hafeitti akka fayyadamaan waamicha dhiyeessaniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.