Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Abiy Ahimad Seeneetara Ameerikaa Jiim Inhoofeen baga nagaan dhuftaan jedhan

Finfinnee, Caamsaa 23, 2013 (FBC)- Muummee Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Seeneetara Ameerikaa Jiim Inhoofeen baga nagaan dhuftaan jedhaniiru.

Dooktar Abiy fuula Feesbuukii isaaniirratti akka ibsaniitti michuu Ityoophiyaanoota kan ta’aan Seeneetara Ameerikaa Jiim Inhoofeen baga nagaa gara biyya keessaan lammaaffatti dhuftaan jedhaniiru.

Dooktar Abiy Ahimadii fi Seeneetarichi dhimmoota garaagaraarratti  ni mari’atuun eegama.

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.